Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Veetinaam dhaqan.

0
Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PgD) fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo, Veetnaam, Haanoy daawwachaa jiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PHD), Yaa’ii P4G Veetinaam bara 2025...

Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti qindeessaan kilaastera Baadiyyaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa oomisha...

0
OBN Cyber 19,2016- Obbo Addisuun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti misooma Atara boonsituufi Boloqqee daawwataniiru. Qonnaan bultoonni aanichaa hojii kanarratti hirmaatanis bu'aa gaarii akka abdatam...

Ijoolleen gurguddoon halkan maaliif ofirratti fincaa’u?

0
OBN Cyber Media Mudde 26,2017-Ijoolleen erga sadarkaa daa’imummaa bira darbaniin booda gurguddatanii  hirriba keessa wayita ofirratti fincaa’an ni mul’atu. Sababni maali jennee wayita kutaalee...
May be an image of 5 people and text

Finfinneetti barnoonni bara 2017 eegale

0
'OBN Cyber Media' Fulbaana 06, 2017- Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara barnootaa 2017 har’a eegaleera. Maddi:- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee.

Yaa’iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa’amaa jira.

0
Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa'amaa jira. OBN Cyber 14,2016- Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan qopheessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Adaamaa Galma Abbaa...

Aanaalee Godina Wallagga Bahaa garaa garaatti miseensonni WBO galan simataman

0
‘OBN Cyber Media' Sadaasa 30,2017-Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO gidduutti walii galtee araaraa raawwatame hordofee Aanaalee Godina Wallagga Bahaa kanneen akka Waamaa Haagaloo,Sibuu Sireefi Eebantuutti...

Maalummaafi faayidaa Aannan Gaalaa

0
Meeqa keessantu aannan jaalata laata? Aannan keessahoo aannan Gaalaa dhugdanii beektu, Oromoo Karrayyuu biratti  aannan Gaalaa  faayidaa hedduu qaba. Oromoon waan qabeenyi ittiin beekamu hedduu...

“OBN Istuudiyoo kiraa daqiiqaa 30 irraa ka’ee har’a abbaa Chaanaalii 5...

1
'OBN Cyber Media' Mudde 26, 2017-OBN Chaanaalii 5ffaa 'OBN Cyber Media' bakka hoggantoonni olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Federaalaa, hoggansiifi Gaazexessitoonni OBNfi keessummoonni argamanitti Magaalaa...

Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti taasifameef.

0
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho'aa Naannoo Sidaamaatti isaaniif taasifameef galateeffatan. OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaanii dabarsaniin, Magaalaa...

Harargee Lixaatti Harreen lakkuu dhalte.

0
‘OBN Cyber Media’ Mudde 24, 2017-Aanaa Gubbaa Qorichaa Ganda Gooroo Leencaatti Harreen lakkuu dhalte. Taateen akkasii kotte duudaarratti baramaa ta’uu baatus carraan beeyladoonni lakkuu dhaluu,...

Recent News