back to top

Oduu

“Daangaan biyya keenyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa …”

0
OBN Cyber Media Hagayya 30/2016 - Daangaan biyya keenyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa har’as raayyaa ittisa biyyaa waliin ta’uun dirqama nurraa eegamu hunda...

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif...

0
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa, Beejiingi dhaqan OBN Cyber Media Hagayya 29/2016- Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii...

Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti qindeessaan kilaastera Baadiyyaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa oomisha...

0
OBN Cyber 19,2016- Obbo Addisuun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti misooma Atara boonsituufi Boloqqee daawwataniiru. Qonnaan bultoonni aanichaa hojii kanarratti hirmaatanis bu'aa gaarii akka abdatam...

Hojiin Misooma Kooridari magaaloota

0
OBN CYBER MEDIA Hagayya 19, 2016- Hojiin Misooma Kooridari magaaloota gara garaa keessatti hojjatamaa jiran guddinaafi walitti hidhaminsa magaalootaa waaraan kan cimsuu tahu Ministirri...

Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

0
Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad. OBN Cyber 19,2016- Yaa’insi bishaanii utuu hin gufatiin itti fufuusaatti dabalataan balballi bishaan ittiin...

Injifannoo aarsaa qaaliin argate dafqa isaatiin itichaa jiraachuu qabatamaan mirkaneessaa jira

0
OBN Cyber Hagayya 17,2016- Dhaabbii biqilaa Ashaaraa Magariisaa Hagayya 17 guutuu Oromiyaatti gaggeeffamaa ooleen uummanni naannoo keenyaa eegeree dhalootaa har’a ijaaruu akka danda’u gochaan...

Finfinneetti barnoonni bara 2017 eegale

0
'OBN Cyber Media' Fulbaana 06, 2017- Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara barnootaa 2017 har’a eegaleera. Maddi:- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee.

Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti taasifameef.

0
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho'aa Naannoo Sidaamaatti isaaniif taasifameef galateeffatan. OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaanii dabarsaniin, Magaalaa...

Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600fi miiliyoona 15.7 dhaabuu dandeenyeerra

0
Waan yaadnee utuu galmaan hin gahiin Aduun baatee hin dhiitu waan ta'eef guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600fi miiliyoona 15.7 dhaabuu dandeenyeerra jedhan, Ministirri Muummee...

Recent News