Tadele

73 POSTS

Exclusive articles:

Barataa qormaata cimdii injifate.

“Dhibeen natti jabaachuun Siree daree qormaataa keessa naaf galfamerra ciisee qoramee qabxiin gaafa deebi’u miira walmakaa natti uume” Barataa Aluddiin Huseen. ‘OBN Cyber Media’ Fulbaana...

Jila wal argiifi Nyaachisaa

Jila wal argii Ilmaan Guyyoo Gobbaa ‎ jila nyaachisaa eegaluuf ardaa jilaa Gumii Gaayootti jilachaa jiru. ‎ OBN Cyber Media’ Hagayya 20, 2017 Ilmaan kormaa...

”Dargaggeessa qaamaafi qalbiin goobetu sirba goobee sirba.”

Akkuma Waqtii Birraan bari'uuf jedhu daraaraan hudhee fooliin isaa halaalaa nama waamu dargaggeessii qaamaafi qalbiin cime, gamaa gamanaa wal waamee sirba Goobee sirbaa jedhan...

Baasota Baasii hir’isan.

Kanaan dura Magaalaa keessatti baasiin geejjiba uummataa tajaajila kennaa ture xinnoodhuma utuu hin turiin foolii bishaanii ta'e jedhan, Jiraattonni Magaalaa Adaamaa. Ammas yaadda'uu hin...

Atileet Fariidaa Abbaa Roggee beektuu?

Atileetota Koolu-galtoota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Tookiyoo irratti hirmaatan keessaa tokko Faaridaa Abbaa Roggeeti.Fariidaa Abbaa Roggee Jimmatti guddatte. Fiigichaan alatti Kaaraateefi Kubbaa Miilaan beekamti. Kaaraateedhaan...

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img