Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

Date:

Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

OBN Cyber 19,2016- Yaa’insi bishaanii utuu hin gufatiin itti fufuusaatti dabalataan balballi bishaan ittiin gadhiifamu banamuun sekeendiitti bishaan meetirkuubiin kuma 2,800 yaa’uu eegaleera.

Hidhi haaromsaa Itiyoophiyaa yaa’insa bishaanii to’achuun biyyoota yaa’a gara gadiirraa balaa lolaan miidhamuu ittisuun Bonaa Ganna yaa’insi bishaanii wal-qixa ta’a akka warra gara gadii gahuuf gumaacheera.

Kunis itti fayyadama qabeenyaa qaxanichaa qixa ta’e mirkaneessuuf guddaa gargaara jedhan, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi ergaa karaa toora miidiyaa hawaasaa isaanii dabarsaniin.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...