Monthly Archives: February, 2026

Browse our exclusive articles!

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo jalqabsiisuu keenyan Ummata naannoo keenyaa, keessumaa Ummata naannawichaatiin baga gammaddan jechuun barbaada. Pirojektiin kun...

“Gaaffiin geejjiba qilleensarraa yeroo dheeraaf gaafataa turre, dhagahamuutti gammanneerra.” Abbaa Gadaa Gujii Jaarsoo Dhugoo.

‘OBN Cyber Media’ Amajji 28,2018 Buufanni xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa ijaaramuu jalqabuun gaaffiin keenya yeroo dheeraa deebi'uutti gammanneerra jedhan, jiraattonni Godina Gujii. Abbaan Gadaa Gujii Jaarsoo Dhugoo,...

“Gaaffiin misoomaa Ummataa keenyaa xiyyeeffannaa addaatiin deebii akka argatuuf hojjatamaa jira.” Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 28,2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ijaarsa buufata xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisootti ijaaramu eegalchiisan. Buufanni Xiyyaaraa...

Maatiin Pirofeesar Asmaroom Laggasaa, Onesimoos Nasiib waliin walitti dhufeenya akka qaban quba qabduu?

OBN Cyber Media, Amajjii 27,2018-Qorataafi barreessaan Xiin-Hawasaa (Antirooppoloojii ) Ardii Afrikaa akka bakkalcha bariitti ilaalamu, Pirofeesar Asmaroom Laggasaa ALA bara 1931tti magaalaa guddoo Eertiraa...

“Lakkoofsi fayyadamtoota tajaajila Mobaayilaa miiliyoona 97 ga’eera”-Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD).

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 27,2018 Lakkoofsi fayyadamtoota tajaajila Mobaayilaa miiliyona 97 ga’uusaa Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD), walga’ii idilee 10ffaa...

Popular

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...

Subscribe

spot_imgspot_img