“Gaaffiin geejjiba qilleensarraa yeroo dheeraaf gaafataa turre, dhagahamuutti gammanneerra.” Abbaa Gadaa...

0
‘OBN Cyber Media’ Amajji 28,2018 Buufanni xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa ijaaramuu jalqabuun gaaffiin keenya yeroo dheeraa deebi'uutti gammanneerra jedhan, jiraattonni Godina Gujii. Abbaan Gadaa Gujii Jaarsoo Dhugoo,...

“Gaaffiin misoomaa Ummataa keenyaa xiyyeeffannaa addaatiin deebii akka argatuuf hojjatamaa jira.”...

0
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 28,2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ijaarsa buufata xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisootti ijaaramu eegalchiisan. Buufanni Xiyyaaraa...

Maatiin Pirofeesar Asmaroom Laggasaa, Onesimoos Nasiib waliin walitti dhufeenya akka qaban...

0
OBN Cyber Media, Amajjii 27,2018-Qorataafi barreessaan Xiin-Hawasaa (Antirooppoloojii ) Ardii Afrikaa akka bakkalcha bariitti ilaalamu, Pirofeesar Asmaroom Laggasaa ALA bara 1931tti magaalaa guddoo Eertiraa...

“Lakkoofsi fayyadamtoota tajaajila Mobaayilaa miiliyoona 97 ga’eera”-Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD).

0
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 27,2018 Lakkoofsi fayyadamtoota tajaajila Mobaayilaa miiliyona 97 ga’uusaa Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD), walga’ii idilee 10ffaa...

“Riifoormiin diinagdee Itiyoophiyaa, abdii egeree guddina diinagdee Afrikaati.”- Abiyyi Ahmad (PhD).

0
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 26,2018 Riifoormiin diinagdee gooroo hojiirra oole, gama hundaan jijjiirama qabatamaa fideera jedhan, Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD). Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD),...

Itiyoophiyaafi Galaanni diimaa yoomiyyuu adda ba’anii jiraachuu hin danda’ani”-Ministira Muummee Abiyyi...

0
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 26,2018 Itiyoophiyaa fi Galaanni diimaa yoomiyyuu adda ba’anii jiraachuu hin danda’ani; Galaanni diimaa dhimma jiraachuuti jedhan, Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD). Walga’iin...

Pilaastika biyyeen hin nyaanne (hin bososne),  labsiin bahe  biyyee nyaachise.

0
Pilaastika biyyeen hin nyaanne (hin bososne),  labsiin bahe  biyyee nyaachise. ‘Faalamni pilaastikaan dhufu hanga bishaan lafa jalaa summeessuutti gaha.’ Sagantaa kunuunsa Naannoo Addunyaa. Faalamni pilaastikaan dhufu...

“Birrii dhibba 1 liqeeffadhee daldala eegaluun, abbaa miliyoona 30 ta’e.” Obbo...

0
OBN Cyber Media Amajji 20,2018 Birrii 100 liqeeffatanii daldala eegaluun sooromuun akkamiin dhugoome? Obbo Girmaa Buttaa Godina Shawaa Kaabaatti jiraataa Magaalaa Garba Gurraachaati. Obbo Girmaan bara dargaggummaa...

Aanaan Nadhii Gibee Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Godina Jimmaa ta’e.

0
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanaalee Godina Jimmaa 21fi Ispoortessitoota kuma 2 ol hirmaachisuun torban 2f dorgomamaa ture qabxii waliigalaatiin Shaanpiyoonummaa Aanaa Nadhii Gibeen xumurame. Ispoortessitoonni dorgomaa...

Mariifi marabbaan waa hundaaf furmaata

0
'OBN Cyber Media' Mudde 05,2018  “Pirojektoonni gurguddoon mootummaa jijjiiramaan Itiyoophiyaa keessatti ijaaramaa jiran, Badhaadhina hundagaleessa eegalame milkeessuuf agarsiiftuudha”-Ministira Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nugusee Magaalaa Bishooftuutti waltajjiin marii...

Recent News