Misoomni dhangaa guutuu milkaa’aa jira
‘OBN Cyber Media’ Mudde 09, 2017-Misoomni dhangaa guutuu Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad waggoota 3'n dura eegalchiisan ija godhataa jira-Waajjira Ministira Muummee
Sagantaa Dhangaa Guutuu...
Maalummaafi faayidaa Aannan Gaalaa
Meeqa keessantu aannan jaalata laata? Aannan keessahoo aannan Gaalaa dhugdanii beektu, Oromoo Karrayyuu biratti aannan Gaalaa faayidaa hedduu qaba.
Oromoon waan qabeenyi ittiin beekamu hedduu...
Bu’aan teeknoloojii warqee duugu dhamaatii qonnaan bultootaa hir’ise.
Teknoloojii Warqee duugu nuuf dhiyaaterraa faayidaa hedduu argataa jirra jedhan, Jiraattonni Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wancii. Oomishni Warqee Aanaa Wanciitti misoomu nyaatarra...
Bishooftuutti namoonni daa’ima ugguruun Birri tokkoo fi walakkaa fudhatan adabaman.
Nama ugguranii maallaqa gaafachuun yeroo dhiyoo as bakka garaa garaatti mul’atu dubbii ijoo ta’aa dhufeera.
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 28,2017-Magaalaa Bishooftuuttimmoo namoonni daa'ima ugguruun Birrii...
‘Mootummaan kenna tajaajilaa fooyyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jira-‘MM Dr Abiyyi Ahimad
‘OBN Cyber Media’Bitootessa 11,2017- Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad, gaaffilee kenna tajaajilaan walqabatee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’aniif deebii kennaniin, mootummaan kenna...
Achii baanaan akka qoonqoof toltutti qixeessuu gaafata.
Ooltee bulteen qurxummii bishaan keessa; achii baanaan akka qoonqoof toltutti qixeessuu gaafata.
'OBN Cyber Media' Amajji 08,2017- Gaafa waaddiishee nyaatanis...
Dubartiin viidiyoo qoosaa waraabuuf harkashee afaan kaadhimaasheetti galchite, afaan boollaan isa...
Chaayinaatti dubartiin viidiyoo qoosaa waraabuuf harkashee afaan kaadhimaasheetti galchite, afaan boollaan isa geessee oolte.
Irra jireessaan taateen baargamaa odeeffamtu waan ijaaf gurra namaatti ajaa'iba ta'u...
Gadaan Arbooraa jila Dhawa Balloo jilataa jira.
Gadaan Booranaa galma Dhawaa Maxxaarrii ijaaruun jila Dhawaa jilate.
OBN Cyber Media’ Amajjii 06,2017-Gadaan Booranaa bara Gadoomaa isaanii xumuruuf jiloota jilataman keessaa jilli galma Dhawaa ...
Atileet Fariidaa Abbaa Roggee beektuu?
Atileetota Koolu-galtoota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Tookiyoo irratti hirmaatan keessaa tokko Faaridaa Abbaa Roggeeti.Fariidaa Abbaa Roggee Jimmatti guddatte.
Fiigichaan alatti Kaaraateefi Kubbaa Miilaan beekamti. Kaaraateedhaan...
Hojiirra oolmaa murtoowwaniifi kallattiiwwan paartii Badhaadhinaayaa’ii isaa 2ffaa…
Hojiirra oolmaa murtoowwanii fi kallattiiwwan paartiin Badhaadhinaa yaa'ii isaa 2ffaatiin dabarseef xiyyeeffannaa ol'aanaadhaan hojjetamaa akka jiru hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa,Obbo Kaffaaloo Tafarraa...






















