Bineensa Gonkumaa hin Dulloomne quba qabduu ?

0
OBN Cyber Media Mudde 25,2017-Akkamitti jechuun keessan hin oolu, akkamii maaliitiree dhiiroo kun seeraa uumati, ilmi nama gaafa umriin isaa dabalaa  deemu dullumoon waan...

“Lakkoofsi fayyadamtoota tajaajila Mobaayilaa miiliyoona 97 ga’eera”-Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD).

0
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 27,2018 Lakkoofsi fayyadamtoota tajaajila Mobaayilaa miiliyona 97 ga’uusaa Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD), walga’ii idilee 10ffaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

0
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara galfachiisuun, diinagdeen kan gahoomsudha jedhan, Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Ittigaafatamaan Damee Siyaasaa obbo Namarraa...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo...

0
Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo jalqabsiisuu keenyan Ummata naannoo keenyaa, keessumaa Ummata naannawichaatiin baga gammaddan jechuun barbaada. Pirojektiin kun...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo...

0
Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii jiruufi jireenyi ittiin qajeelfamu ijaarrachuun bulaa dhufe. Jaarmiyaalee gurguddoo qormaatni uumamaafi namtolchee ittiin qolatamu keessaa duudhaan...

Jaldeessa Abbaa Daabee!

0
‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 16,2017 -Giddugalli Ikoo turizimii Caagaal Iddoowwan Hawwata turizimii Godinni Shawaa Kaabaa qabu keessaa tokkodha. Giddugalli Ikoo turizimii Caagaal waktii Gannaa kanatti...

“Gaaffiin misoomaa Ummataa keenyaa xiyyeeffannaa addaatiin deebii akka argatuuf hojjatamaa jira.”...

0
‘OBN Cyber Media’ Amajjii 28,2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ijaarsa buufata xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisootti ijaaramu eegalchiisan. Buufanni Xiyyaaraa...

‘Ji’oota 8 darban lammiileen miliyoona 3 carraa hojii argataniiru’- Dr.Abiyyi Ahimad.

0
Ji’oota 8 darban lammiileen miliyoona 3 carraa hojii argachuu, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad himan. Kana keessatti dameewwan qonnaa, indaastiriifi tajaajilaa gunmaacha olaanaa qabaachuu ibsan,...

“Gaaffiin geejjiba qilleensarraa yeroo dheeraaf gaafataa turre, dhagahamuutti gammanneerra.” Abbaa Gadaa...

0
‘OBN Cyber Media’ Amajji 28,2018 Buufanni xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa ijaaramuu jalqabuun gaaffiin keenya yeroo dheeraa deebi'uutti gammanneerra jedhan, jiraattonni Godina Gujii. Abbaan Gadaa Gujii Jaarsoo Dhugoo,...

Qalbiin jaalattoota kubbaa miilaa har’a Olditiraafoordi jira.

0
OBN Cyber Media Hagayya 11,2017-Piriimiyeer Liigiin Ingilaandi bara dorgommii 2025/26 tapha Jimaata shaampiyooniin liigichaa Liivarpuul goolii 4 fi 2'n Boornimaawuz injifateen eegalus,  deeggartoota Maanchistar...

Recent News