back to top
Home Oduu Itoophiyaa “Daangaan biyya keenyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa …”

“Daangaan biyya keenyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa …”

0
318

OBN Cyber Media Hagayya 30/2016 –

Daangaan biyya keenyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa har’as raayyaa ittisa biyyaa waliin ta’uun dirqama nurraa eegamu hunda ni gumaachina jedhan Pirezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad.

Hundeeffamani Ajaja Bahaa waggaa 47ffaan magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira.

Kabaja ayyaanichaarratti kan argaman Pirezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad daangaan biyya keenyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa har’as raayyaa ittisa biyyaa waliin ta’uun dirqama nurraa eegamu hunda ni bahaanna jechuusaanii raayyaa ittisa biyyaarraa odeeffanne.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here