Home Oduu Ministeerri Galiiwwanii ji’oota ja’an darban galii Birrii biiliyoona 451 ol walitti qabuu...

Ministeerri Galiiwwanii ji’oota ja’an darban galii Birrii biiliyoona 451 ol walitti qabuu hime

0

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 05/2017-Ministeerri Galiiwwanii raawwii hojii ji’oota jahan darbanii Bishooftuutti qorateera.

Ministirri Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nugusee ji’oota jahan darbanitti taaksii biyya keessaarraa Birriin biiliyoona 247.7 akkasumas taaksii daldala alaarraa galiin Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 3 fi kuma 800 ol walitti qabamuu himan.

Galiin kunis kan bara darbee yeroo walfakkaatuun Birrii biiliyoona 79.4’n caalmaa qaba. Ministeera Galiiwwaniirraa odeeffanne.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version