‘OBN Cyber Media’ Amajjii 05/2017-Ministeerri Galiiwwanii raawwii hojii ji’oota jahan darbanii Bishooftuutti qorateera.
Ministirri Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nugusee ji’oota jahan darbanitti taaksii biyya keessaarraa Birriin biiliyoona 247.7 akkasumas taaksii daldala alaarraa galiin Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 3 fi kuma 800 ol walitti qabamuu himan.
Galiin kunis kan bara darbee yeroo walfakkaatuun Birrii biiliyoona 79.4’n caalmaa qaba. Ministeera Galiiwwaniirraa odeeffanne.







