Home Biizinasii Pirezidaanti  Shimallis Abdiisaa Tarminaala Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbisan.

Pirezidaanti  Shimallis Abdiisaa Tarminaala Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbisan.

0

Pirezidaanti  Shimallis Abdiisaa Tarminaal Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbisan.

‘OBN Cyber Media’ Mudde 27, 2017-Sirna eebbaa kanarratti Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa,Obbo Shimallis Abdiisaa, Hojii Raawwachiisaa olaanaa Daandii Xiyyaaraa Itiyoophiyaa,Obbo Masfin Xaasawu, Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa, Federaalaafi  hawaasni magaalaa Roobee akkasumas  Godina Baalee argamaniiru.Muhaammad Nageessootu gabaase

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version