Tadele

73 POSTS

Exclusive articles:

‘Oromiyaatti Adoolessa 24 guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500fi miiliyoona 25’tu dhaabata’ BQO.

Naannoo  Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 7ffaatiin biqiltuu Biiliyoona 5 dhaabamuuf   hojjetamaa jira Kana keessaas hanga oduun kun qindaa’utti  bqiltuun  biiliyoonni 3 fi miiliyoona 500...

”Misoomni qonnaa Itiyoophiyaan waggoota darban hojjette agarsiistuu mirkaneeffannaa Wabii nyaataati”-Dr Xibabuu Alamuu.

Misoomni Qonnaa qindaa’aan Itiyoophiyaan waggoota darban hojjette agarsiistuu mirkaneeffannaa Wabii nyaataa ta’uu,Yuunivarsiitii Kolleejjii Qonnaa Jimmaatti Barsiisaafi itti gaafatamaan Muummee qabeenya uumamaa Dr. Xibabuu Alamuu...

Godina kana Bosonni waan jiruuf waggaa guutuu jiidhatu jira.

Bosona Iluu Abbaa Boor Oromiyaa Roobni waggaa keessatti idileen ji’oota sagalii ol rooba. Uummanni Oromoo Saglan Iluu duudhaasaa ganamaan biqilaa ol guddatu safuusaan kunuunsuun har’aan gahateera. Bosona...

Bosona Oromiyaarraa galiin Birrii  biiliyoonni 1.5 argame.

Madda Oksijiinii sirna hargansuu  lubbu qabeeyyii biyyaa keessaa harka olaanaa kan qabu bosona dachee Oromiyaarratti argamudha. Qabeenya bosonaa Itiyoophiyaan qabdu keessaas harki 51 Oromiyaa keessatti...

Albuuda Baddaatti kan fakkeeffamu Leemman toora keessan jiraa?

Muummee Tulluu gaarreenii; waan hin bulleeftu jira, Muumaa kichuu Leemmanii; waan hin tuqneeftu jira…’’ jedhanii maaliif geeraru. Leemman qabeenya guddaa lafa baddaatti biqiludha. Oromoo biratti...

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img