Tadele

73 POSTS

Exclusive articles:

Hidhi  Laga  Gibee 1ffaan dargaggoota Aanaa Sokorruu qurxummii kiyyeessaniif biddeen baase.

Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti Hidhi Laga Gibee Anniisaa elektiriikaa akka maddisiisuuf tolfame Bonaa Ganna Naannoosaa jiisee, dargaggooota qurxummii kiyyeessaniif bidden baase. Itiyoophiyaan  madda lageenii Afriikaa...

Harki balfa funaane; naannoo qulqulleessee kiisii dilboomse.

''Balfa Funaantee maqaa sooressaa hin xureessiin jedhee manaa na ari'e Abbaankoo'' Dargaggoo Naanii JamaalMagaalaa Maayaatti dargaggoon maatii dureessaa irraa dhalatee osoo hin hojjetiin qabeenyi...

Tapha Geengoo yokiin Gingillee ijoolleen taphattu beektuu?

Ijoolleen yeroo Gannaa toora keessanitti tapha aadaa akkamii taphatu? Geengoo yokiin Gingilleen tapha ijoolleen Ganna irree ittiin jabeeffattuufi diina jalaa figdee bahuuf ittiin shaakaltu dha.Ganna...

Foollee (Rubboo)’n Gadaa Birmajjii sirna gurmaa’isa caasaa ijaarrate.

Miseensi Gadaa karrayyuu Rubboo yokaan Foolleen Gadaa Birmajjii Aanaa Fantaallee Ardaa jilaa Dhaddacha Ballaatti sirna gurmaa'isa caasaa ijaarrate. Sirni caasaa Gadoomaa ijaarrachuu kunis Qe'ee Bokkuu...

‘Hojiin Ashaaraa Magariisaa oomishaalee haaraan wal nu barsiise.’ Q/ Bultoota Aanaa Buree.

Qonnaan bulaa Shifarraa Sambatoo Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Buree   keessa jiraatu. ‎ ‎Misooma Ashaaraa Magariisaa eegaluun dura lafti diriiraan qaban waa hunda biqilchuu danda'u...

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img