Tadele

73 POSTS

Exclusive articles:

“Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa seera idil-addunyaa kan bu’uureeffatedha’’ Hayyoota Yuunivarsiitii Mattuu

Gaaffiin hulaa galaanaa Itiyoophiyaa seera idil-addunyaa kan bu’uureeffate ta’uu, Hayyootni Yuunivarsiitii Mattuu himan. Biyyi tokko hulaa galaanaa argachuuf dipiloomaasiin murteessaa ta’uu kan eeran Yuunivarsiitii Mattuutti...

”Cimanii hojjennaan baadiyyaattis qanani’anii jiraachuun ni danda’ama.” qonnaan bulaa Galchuu Xunaa.

Obbo Galchuu Xunaa Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisoo Ganda Dhibbaa Battee jiraatu. Qonni garagaraa oyruu qe’eesaanii keessatti marge haalaalarraa qalbii namaa hawwata. Qonnaan bulaan kun cimanii...

Jaldeessa Abbaa Daabee!

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 16,2017 -Giddugalli Ikoo turizimii Caagaal Iddoowwan Hawwata turizimii Godinni Shawaa Kaabaa qabu keessaa tokkodha. Giddugalli Ikoo turizimii Caagaal waktii Gannaa kanatti...

‘Ulaa Galaanaa qabaachuun icitii biyyaa eeguunis wal qabata.’Dheeressaa Dheebuu(PhD)

"Itiyoophiyaan Ulaa galaanaa argachuun dhimma Diinagdee qofaa osoo hin taane dhimma Siyaasa,Nageenya Gaanfa Afrikaa tasgabbeessuuti"-Dheeressaa Dheebuu(PhD) Itiyoophiyaan Ulaa galaanaa argachuun dhimma Diinagdee qofaa osoo hin...

‘Sirna Gadaa keessatti Caffeen bakka hoodaafi tumaa seeraati.’ Hayyuun Gadaa Caalaa Soorii.

Jechi Caffee jedhu lafa margaa jiidhiinsa qabu,kan dheeda sa'aa Fardaa, iddoo jaalatamaa waaqaa namaa ,kan bonaa ganna hin gogne tu'uu akeeku, Gadaa Tuulamaatti miseensi...

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img