“Qonna Arfaasaan lafa hektaara mil.1.5 misoomerraa oomishni Kunt.Mil 32 argameera”Pirezidaanti Shimallis...

0
‘Bara oomishaa 2016/17 Qonna Arfaasaan lafa hektaara mil.1.5 misoomerraa oomishni Kunt.Mil 32 argameera’ Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa ‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 02,2017- Oomishtummaa guddisuuf teekinooloojiiwwan qonnaa...

Bishooftuutti namoonni daa’ima ugguruun Birri tokkoo fi walakkaa fudhatan  adabaman.

0
Nama ugguranii  maallaqa gaafachuun  yeroo dhiyoo as bakka garaa garaatti mul’atu dubbii ijoo ta’aa dhufeera. ‘OBN Cyber Media’ Amajjii 28,2017-Magaalaa Bishooftuuttimmoo namoonni daa'ima ugguruun Birrii...

Ouverture de la Conférence historique du dialogue national éthiopien à Finfinne

0
OBN Cyber ​​Media: 15 juillet 2026Aujourd'hui marque une étape historique dans le parcours politique moderne de l'Éthiopie. Finfinne est devenu le lieu de rencontre...

“Hooggansa badhaadhina mirkaneessu ijaaruun, gama hundaan ofdanda’uuf hojjechuu qabna.”Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

0
‘OBN Cyber Media’Adoolessa 09,2018 Hooggansa dinagdee carraawwan misoomuu, humna namaafi beekumsa qindoominaan hogganee, badhaadhina qabatamaa sadarkaa hundatti mirkaneessu ijaaruudhaan waan hundaan of danda’uuf hojjechuu qabna...

Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa akkaataa  fiduun raawwatamaa jiraachuun himame

0
OBN Cyber Media Guraandhala 05,2017-Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa akkaataa  fiduun raawwatamaa jira- Dura taa’aa Gamtaa Afrikaa Muusaa  Faakii Mahaammat Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa ...

Biyyoonni Marii Biyyaalessaan milkaa’an muuxannoo akkamii qabu?

0
‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 09,2018 ‘Kan mari’ate  raada hambisee jibicha qalee’ jedhama mii ree jechama Oromoon.Mari’ataan gowwaa hin qabuunis kanuma dhugoomsa.Warri mari’ate gaarummaatti bahee warri...

Gurmaa’insa Gandaa haaraan hooggansi kuma 49 ol ramadamanii ummata tajaajilaa jiru-Pirezidaanti...

0
'OBN Cyber Media' Guraandhala 02,2017-Riifoormii Gurmaa’insa Gandaa ilaalchisee hojiin seena-qabeessa gurmaa’insa mootummaa Naannoo Oromiyaa bu’uuraan jijjiire hojiirra akka oolu kan taasifame yammuu ta’u; Gurmaa’ínsichi...

”Itiyoophiyaa mariin waaressuu”

0
Marii Biyyaalessaa: Boqonnaa Haaraa Itiyoophiyaa! ‎ ‎OBN Cyber Media Adooleessa 08,2018. ‎ Lolanii booji’uun gootummaa kaleessaa ture; wal dhabdee mariin furachuun immoo gootummaa bara kanaati. ‎ ‎Kaleessaa, lammiileen Itiyoophiyaa yeroo...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

0
‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa aadaa, duudhaa, seenaafi afaan mataa isaa qabuufi Sirna Gadaa ofiin hundeessuun ittiin bulaa turedha. Sirna kana...

“Bara 2018’tti dinagdeen Naannoo Oromiyaa harka 10.7’n akka guddatu raagame.

0
‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 12,2018 Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 6ffaa taa’aa jira.Yaa’ii kanarratti Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis...

Recent News