Jijjiirraa taphattootaa galgala goolabameen…
Maanchistar Siitiin jijjiirraa taphattoota waktii Amajjiitiin Yuuroo miiliyoona 200 ol baase.
OBN Cyber Media Amajjii 27,2017-Jijjiirraan taphattoota waqtii Amajjii kanaa kaleessa halkan yoo goolabamu, Maanchistar...
Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.
Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.
OBN Cyber 19,2016- Yaa’insi bishaanii utuu hin gufatiin itti fufuusaatti dabalataan balballi bishaan ittiin...
Ijoolleen gurguddoon halkan maaliif ofirratti fincaa’u?
OBN Cyber Media Mudde 26,2017-Ijoolleen erga sadarkaa daa’imummaa bira darbaniin booda gurguddatanii hirriba keessa wayita ofirratti fincaa’an ni mul’atu. Sababni maali jennee wayita kutaalee...
Bineensa Gonkumaa hin Dulloomne quba qabduu ?
OBN Cyber Media Mudde 25,2017-Akkamitti jechuun keessan hin oolu, akkamii maaliitiree dhiiroo kun seeraa uumati, ilmi nama gaafa umriin isaa dabalaa deemu dullumoon waan...
Aanaalee Godina Wallagga Bahaa garaa garaatti miseensonni WBO galan simataman
‘OBN Cyber Media' Sadaasa 30,2017-Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO gidduutti walii galtee araaraa raawwatame hordofee Aanaalee Godina Wallagga Bahaa kanneen akka Waamaa Haagaloo,Sibuu Sireefi Eebantuutti...
Kattaa muduugaarraa ka’ee addunyaa waliin gahe bunni Arabikaa
OBN Cyber Media Amajjii 21,2017-Dachee bunaan dhagi’amte bakka argama bunaa Koffii Arabikaati Hawaasa aadaa, duudhaa,safuufi seenaa hedduu qabu hawaasni Jimmaa.
Kattaatu muudugaa Mudugatu muuda muudatu...
Harargee Lixaatti Harreen lakkuu dhalte.
‘OBN Cyber Media’ Mudde 24, 2017-Aanaa Gubbaa Qorichaa Ganda Gooroo Leencaatti Harreen lakkuu dhalte.
Taateen akkasii kotte duudaarratti baramaa ta’uu baatus carraan beeyladoonni lakkuu dhaluu,...
Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti qindeessaan kilaastera Baadiyyaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa oomisha...
OBN Cyber 19,2016- Obbo Addisuun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti misooma Atara boonsituufi Boloqqee daawwataniiru.
Qonnaan bultoonni aanichaa hojii kanarratti hirmaatanis bu'aa gaarii akka abdatam...
Yaa’iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa’amaa jira.
Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan taa'amaa jira.
OBN Cyber 14,2016- Yaa'iin Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo, 3ffaan qopheessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Adaamaa Galma Abbaa...
Finfinneetti barnoonni bara 2017 eegale
'OBN Cyber Media' Fulbaana 06, 2017- Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara barnootaa 2017 har’a eegaleera.
Maddi:- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee.






















