Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

Bu’aa kunuunsaafi qabeenya Bosonaa Oromiyaa!

weebiif Bosonni Oromiyaa qilleensa gubataa yokiin Carbondioxide xuuxee faalama naannoo hir'isuun doolaara galchaa jira. Bosonni toora Arsii Baaleetti kunuunfamee daldala Kaarboonii keessatti hammatame galii birrii...

Misooma miidhagina dabalee dhiphina karaa hambisuun hundaafuu karaa ta’e.

Koriidariin iddoo murtaa'e( geographical loction) kan qabatu ta'ee,tarsiimoo diinagdee  guddisuu ykn misooma addaa hojjachuuf akeekamee  qabamudha. Yaad-rimeen "Misooma koriidarii magaalaammoo, magaalota gidduutti   misoomawwan bu'uuraa ijoofi...

Teeknoloojii addunyaan yeroo ammaa hidhate gonfateetu hojiitti gale.

Utubaalee warraaqsa dinagdee Oromiyaa keessaa tokko. Iddoon hundeffamasaa handuura Oromiyaa Finfinneerraa gara Dhihaatti fageenya KM 78 ta’urratti argama. Lafa heektaara 109 irratti diriiree ijaarsaafi teeknoloojiin miidhagee...

Kiristiyaanoo Roonaaldoo imimmaan lakkuu roobse.

Kiristiyaanoo Roonaaldoo waggaa 40ffaatti Neeshinsi Liigii Awurooppaan waancaa kaasuun imimmaan lakkuu roobse.Taphataan ganna 40 Kiristiyaanoo Ronaaldoo ammas biyyasaatti kabaja hore.Tapha xumuraa Neeshinsii liigii Awurooppaa...

Galfata J/Waaqoo Guutuu mirga abbaa biyyummaa mirkaneessuuf kaa’e, dhaloonni har’aammoo yoo maal hojjete utubee milkeessa?

Garbummaa hiddaan buqqifna dadhabnu ilmaan itti guddifna yaadama jedhuun leellifamu.Gootni darbus hojiinsaa boollaa ol jiraata; lolee gameessi guca gootota Baalee ta'e Jeneraal Waaqoo Guutuu...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img