Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

Haala yeroorratti odeeffannoo Tajaajila Godaantotaafi Godaansarraa deebitoota Itiyoophiyaa irraa kenname.

Itiyoophiyaa keessa lammilee biyyoota 26 miiliyoona 1.1 ta'an godaantummaafi kolugaltummaa warreen gaafataniif dawoo ta'uufiin tajaajiloota gara garaa kennaafii jirti.Deeggarsi dhufuus harcaatii tokko malee fayyadamtoota...

Odeeffannoo dharaa Raashiyaan Itiyoophiyaa qamadii deeggarte jedhu.

Odeeffannoon Raashiyaan Itiyoophiyaaf deeggarsa taasiste jedhu sobaa ta’uu OBN Cyber Media Haqabaas mirkaneeffate. Dhaabbanni Ahaduu Miidiyaa jedhamuu odeeffannoo mootummaan Raashiyaa Itiyoophiyaaf deeggarsa qamadii kenne jedhu...

Agarsiifni teekinoolojii Finfinneetti baname.

Agarsiifni teekinoolojii Finfinneetti baname, lammiileen kalaqa teekinolojiirratti hirmaatan muuxannoo idil addunyaa kan itti argataniidha jedhan, Ministirri Innooveshiniifi Teeknoloojii Dr. Ballaxaa Mollaa. 'OBN...

Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO gidduutti mallatteeffame.

'Mootummaan Jijjiiramaa keenya garaagarummaa siyaasaa madda rakkoo nageenyaafi gaaga’ama ummataa ture marii nagaatiin hiikuuf kutannoo hin reeqqifneen socho’aa turuun isaa niyaadatama.' Pirezidaantii Mootummaa Naannoo...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img