Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

‎’Roobni waktii Gannaa barana oomisha qonnaaf mijaataadha.’ Inistitiiyuutii Mitiworoloojii Itiyoophiyaa

Roobni waktii Gannaa barana oomisha qonnaaf mijaata ta'uu Inistitiiyuutii Mitiworoloojii Itiyoophiyaatti Giddu galli Tajaajila Meetiworooloojii Bahaa fi Giddu galeessa Oromiyaa ...

“Qaroo ijaa dhabus sammuunkoo qaramaadha”Shiibirree Kabbadaa

Qaroon keessaa qaramnaan qaroo ijaa dhabuun mul'ata ofiirraa nama hin danqu jette shamarree Shiibirree Kabbadaa. Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamtee kutaa Bulchiinsa Dargeetti kan dhalatte...

Bineelda diinni yoo itti dhufe akka waan du’eetti sa’aatii 6’f osoo hin socho’iin gogee ciisu jiraachuu quba qabduu?

Rabbiin dandeettii isaatiin ardii fi dachii uume, umamawwaan biroos haalaafi amalaan akkuma akka isaatti bineelda daggalaas ta’e beeyladoota dabalatee  dhala namaas uume. warreen inni uume...

Yunivarsiitii Saayinsiifi Teknoloojii Adaamaa

Yunivarsiitiin Saayinsiifi Tekinooloojii Adaamaa Dhabbilee baranootaa olaanoo biyya kana keessatti tekinoloojii irratti hojjetan lamaan keessaa isa tokkodha. ‘’Nuti Warra Kalaqa beekumsaaf of kennine’’ dhadannoo...

Haroon haramaayaa dargaggoota naannoosaaf biddeen baase.

Haroo Haramaayaa irratti tajaajila Geejjibaafi nyaataa kennaa jiruun fayyadama jirra  jedhan, Dargaggoonni Magaalaa Maayaa.  Haroon Haramaayaa erga deebi'ee magaalaa Maayaatiif Simboo  Miidhaginaa hawaasa naannoofi biyyaaf...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img