Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

PKK’n qawwee  Jaarraa walakkaatti dhihaatuuf Abidda ittiin qabsiisaa ture maaliif deebisee gube?

PKK’n eenyu maal gochuuf waggoota 40’f  meeshaa waraanaa hidhatee biyyootaa biyyootatti godaanuun; ofis uummata qabsaa’uufis dararaa ture. PKK’n    warreen uummata Kurdish biyyoota 4...

Gannaafi Oromoo

Waqtii Ganni Gurraachi  ykn duumessi waaqaa lafa uwwisee  hurriin gaarren  ukkaamsee mul’atu, hursi lageeniifi lolaa waci raachaafi fattee gurra nama hatu Oromoo Saglan  Iluu...

Magaalaa Shaggar eessaa garamitti

Hawaasni Magaalaa Finfinnee marsee jiraataa ture silaa qaroominniifi misoomni ollaasaanii jiru isaan gahuu qaba ture garuu akkuma ‘Adaamii ollaa Hagamsaa gal gallis ganamnis boo’icha’...

‘Ashaaraan magariisaa alaa mana naaf guute.’Qonnaan Bulaa Imaam Alamuu.

Misoomni ashaaraa magariisaa lafa hone magarsuun maaddii naaf guutee, dinagdeekoos gabbisaa jira jedha Qonnaan Bulaa Imaam Alamuu. Qonnaan Bulaa Imaam Alamuu, Godina Iluu Abbaa...

Saamtonni qoricha nama hadoochu fayyadamuun hangam miidhaa geessisaa jiru?

''Qorichaan na xuqanii birrii kuma dhibba 4 na saaman'' Obbo Dabbabaa Itichaa Saamtonni qoricha nama hadoochu fayyadaman nama daldalanii bulanirraa birrii kuma dhibba 4 fudhatan. Obbo...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img