Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

”Cimanii hojjennaan baadiyyaattis qanani’anii jiraachuun ni danda’ama.” qonnaan bulaa Galchuu Xunaa.

Obbo Galchuu Xunaa Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisoo Ganda Dhibbaa Battee jiraatu. Qonni garagaraa oyruu qe’eesaanii keessatti marge haalaalarraa qalbii namaa hawwata. Qonnaan bulaan kun cimanii...

Jaldeessa Abbaa Daabee!

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 16,2017 -Giddugalli Ikoo turizimii Caagaal Iddoowwan Hawwata turizimii Godinni Shawaa Kaabaa qabu keessaa tokkodha. Giddugalli Ikoo turizimii Caagaal waktii Gannaa kanatti...

‘Ulaa Galaanaa qabaachuun icitii biyyaa eeguunis wal qabata.’Dheeressaa Dheebuu(PhD)

"Itiyoophiyaan Ulaa galaanaa argachuun dhimma Diinagdee qofaa osoo hin taane dhimma Siyaasa,Nageenya Gaanfa Afrikaa tasgabbeessuuti"-Dheeressaa Dheebuu(PhD) Itiyoophiyaan Ulaa galaanaa argachuun dhimma Diinagdee qofaa osoo hin...

‘Sirna Gadaa keessatti Caffeen bakka hoodaafi tumaa seeraati.’ Hayyuun Gadaa Caalaa Soorii.

Jechi Caffee jedhu lafa margaa jiidhiinsa qabu,kan dheeda sa'aa Fardaa, iddoo jaalatamaa waaqaa namaa ,kan bonaa ganna hin gogne tu'uu akeeku, Gadaa Tuulamaatti miseensi...

Ogeessa Atileetiksii Maqaa Itiyoophiyaa fiigichaan ol baasee muli’saa jiru inistiraaktar Saamueel Biraanuu eenyu?

Shaampiyoonaa Atileetiksii guddattoota Afrikaa Naayijeeriyaa Abukutaatti dorgomamaa jiruun Abbaa Murtee Internaashinaalaa ta`uun Itiyoophiyaarra kan filatame Inistiraaktar Saamu`eel Birhaanuu Maqaa Biyyasaa Oogummasaan ol kaasaa...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img