Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

‘Mootummaan Jijjiiramaa sektaroota bu’uura galma badhaadhinaa ta’an adda baase keessaa qonni adda dureedha.’ Pir. Shimallis Abdiisaa.

'OBN Cyber Media' Bitootessa 29,2017-Haata’u malee, dandeettiin qonni keenya fedhii dabalaa jiru guutuufi bu’uura galmoota badhaadhinaa ta’ee tajaajiluuf qabu kan daanga’e ture. Haala baramaa...

Sababa nyaata madaalawaa argachuu dhabuun humna oomishaa hanqatu ittisuuf qajeelfamni bahe hojiirra ooluu eegale.

‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 28,2017- Qajeelfamni Hagayya bara 2016 sagantaa nyaata qabiyyeen badhaadhe daakuu qamadii, zayita nyaataafi soogiddaarratti vaayitaaminootaafi albuudota barbaachisan dabaluun gabaaf akka...

Oromiyaatti waggoota jahan darbanitti fayyadamtoota inshuraansii fayyaa hawaasaa mil. 29 ol horachuun danda’ameera

OBN Cyber Media Bitootessa 18,2017-Biiroon Fayyaa Oromiyaa waggoottan jahan darbanitti fayyummaa hawaasaa mirkaneessuuf tajaajila fayyaa qulqullina, walgitiinsa qabuu fi haqa qabeessa ta’e kennuun hawaasa...

Buusaa Gonofaan Shaggar barana gumaata Buusaa Gonofaaf Birrii miiliyoona 130 ol walitti qabuun himame

‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 16, 2017-Buusaan Gonofaan Magaalaa Shaggar yaa'ii idileesaa taa’eera. Itti gaafatamtuun Buusaa Gonofaa Magaalaa Shaggar, Aadde Warqinesh Miidhagsaa, barana xiyyeeffannaa addaa kennuun...

Dubartiin viidiyoo qoosaa waraabuuf harkashee afaan kaadhimaasheetti galchite, afaan boollaan isa geessee oolte.

Chaayinaatti dubartiin viidiyoo qoosaa waraabuuf harkashee afaan kaadhimaasheetti galchite, afaan boollaan isa geessee oolte. Irra jireessaan taateen baargamaa odeeffamtu waan ijaaf gurra namaatti ajaa'iba ta'u...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img