Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Namoonni taaksii Birrii miiliyoona 100fi miiliyoona 32 ol waliin dhahuufi dhoksuun shakkaman sadii to’ataman.

‘OBN Cyber Media’ Sadaasa 30, 2017-Namoonni taaksii Birrii miiliyoona 100fi miiliyoona 32 oli waliin dhahuufi dhoksuun shakkaman sadii to’atamuusaanii, Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Blchiinsa Magaalaa...

Wiirtuun misooma bu’uuraa qindaa’aafi mana jireenyaa Galaan Gurraatti ijaarame eebbifame

'OBN Cyber Media' Sadaasa 30,2017-Wiirtuun misooma bu'uuraa qindaa'aafi mana iireenyaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii, naannawaa Koyyee Faccee, Galaan Gurraatti ijaarameefi jiraattota magaalaa...

Aanaalee Godina Wallagga Bahaa garaa garaatti miseensonni WBO galan simataman

‘OBN Cyber Media' Sadaasa 30,2017-Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO gidduutti walii galtee araaraa raawwatame hordofee Aanaalee Godina Wallagga Bahaa kanneen akka Waamaa Haagaloo,Sibuu Sireefi Eebantuutti...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img