Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

“Hojiiwwan seenaafi seenessa Oromoo qajeelchanirratti xiyyeeffannaan hojjetameera”-Pir Shimallis Abdiisaa

Hojiiwwan seenaa fi seenessa Oromoo qajeelchanii fi misooma aadaa irratti xiyyeeffannoo kennuun hojjetameera- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa OBN Cyber Media Gurraandhala 02,2017- Sirnootni gurguddoo Oromoo Goobee...

“Qonna Arfaasaan lafa hektaara mil.1.5 misoomerraa oomishni Kunt.Mil 32 argameera”Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

‘Bara oomishaa 2016/17 Qonna Arfaasaan lafa hektaara mil.1.5 misoomerraa oomishni Kunt.Mil 32 argameera’ Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa ‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 02,2017- Oomishtummaa guddisuuf teekinooloojiiwwan qonnaa...

Gurmaa’insa Gandaa haaraan hooggansi kuma 49 ol ramadamanii ummata tajaajilaa jiru-Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

'OBN Cyber Media' Guraandhala 02,2017-Riifoormii Gurmaa’insa Gandaa ilaalchisee hojiin seena-qabeessa gurmaa’insa mootummaa Naannoo Oromiyaa bu’uuraan jijjiire hojiirra akka oolu kan taasifame yammuu ta’u; Gurmaa’ínsichi...

Carraan hojii dhaabbii miliyoona 1fi kuma 300 uumameera- Pirezidaant Shimallis Abdiisaa

'OBN Cyber Media' Guraandhala 02,2017- Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa gabaasa Caffeef dhiheessaniin hawaasni keenya ogummaa gonfachuun dorgomaa akka ta’u gochuuf ogummaalee...

Nageenya waaressuuf jecha aarsaa barbaadamu hunda kaffalle

OBN Guraandhala 02/2017-Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa dhimma nageenyaa ilaalchisuun gabaasa Caffeef dhiheessaniin rakkoo nageenyaa keessaafi alaan nu qunnamaa tureef osoo hin...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img