Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Hojiin Itiyoophiyaan waggoota jijjiiramaa as misooma bunaarratti hojjette sadarkaa addunyaatti beekamtii argate.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 17,2017-Dhaabbanni dhuunfaa ‘Kerchanshe Group’ bunaa oomishuufi qindeessuun hanga alaatti erguu immoo haala gama kanaan miijatetti fayyadamuun hooggansi dhaabbatichaa, dhaabbata...

Hojiirra oolmaa murtoowwaniifi kallattiiwwan paartii Badhaadhinaayaa’ii isaa 2ffaa…

Hojiirra oolmaa murtoowwanii fi kallattiiwwan paartiin Badhaadhinaa yaa'ii isaa 2ffaatiin dabarseef xiyyeeffannaa ol'aanaadhaan hojjetamaa akka jiru hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa,Obbo Kaffaaloo Tafarraa...

Alaabaafi faaruun Gamtaa Afrikaa yeroo ammaa dhageettii gonfate kalaqaafi ashaaraa ilmaan  Oromoo ta’uu meeqan keenyatu beeka?

Alaabaafi faaruun Gamtaa Afrikaa yeroo ammaa dhageettii gonfate kalaqaafi ashaaraa ilmaan  Oromoo Yaadasaa Booji'aafi Looreet  Tsaggaayee Gabramadin Qawweessaa gumaachan ta'uu meeqan keenyatu beeka? Yaa'iin idilee...

Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa akkaataa  fiduun raawwatamaa jiraachuun himame

OBN Cyber Media Guraandhala 05,2017-Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa akkaataa  fiduun raawwatamaa jira- Dura taa’aa Gamtaa Afrikaa Muusaa  Faakii Mahaammat Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa ...

Miidhaa daa’immaniifi dubartootaarra gahu ittisuuf hunduu gaheesaa bahuu qaba jedhame

OBN Cyber Media Guraandhala 03,2017-Miidhaa dubartootaafi daa'immanirra gahaa jiru maqsuuf miseensota paarlaamaafi Caffee waliin mariin taa’ame. Hooggantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Oromiyaa Aadde...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img