Dhugasa Nigatu

92 POSTS

Exclusive articles:

“Caffeen Oromiyaa misoomaafi guddina biyyaa saffisiisuuf cimsee hojjeta.” Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 12,2018 Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa taa’uu jalqabe. Yaa’icha haasaan kan banan Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde...

Biyyoonni Marii Biyyaalessaan milkaa’an muuxannoo akkamii qabu?

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 09,2018 ‘Kan mari’ate  raada hambisee jibicha qalee’ jedhama mii ree jechama Oromoon.Mari’ataan gowwaa hin qabuunis kanuma dhugoomsa.Warri mari’ate gaarummaatti bahee warri...

“Milkaa’inoonni argaman xumura miti, Bu’uura ce’umsa itti aanuuti- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 09,2018 Milkaa'inoonni argaman xumura imalaa miti, Bu'uura ce'umsa guddaa itti aanuuti jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Pirezidaanti Shimallis...

“Hooggansa badhaadhina mirkaneessu ijaaruun, gama hundaan ofdanda’uuf hojjechuu qabna.”Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

‘OBN Cyber Media’Adoolessa 09,2018 Hooggansa dinagdee carraawwan misoomuu, humna namaafi beekumsa qindoominaan hogganee, badhaadhina qabatamaa sadarkaa hundatti mirkaneessu ijaaruudhaan waan hundaan of danda’uuf hojjechuu qabna...

Imalli Arjentiinaa baranaa maal fakkaata?

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 09,2018Waancaa addunyaatiin A.L.A’tti erga bara 1962 Biraazil dorgommichaan walitti aansitee yeroo lama mo’attee booda, biyyi seenaa kana irra deebiin hojjette...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img