Dhugasa Nigatu

92 POSTS

Exclusive articles:

Oromoon Abaaboo Birraa akkamitti ilaala?

Birraan yoo bari’u lageen Ganna guutan ni hir'atu, abaaboowwan halluu gara garaa qaban miidhaganii dacheerratti mul’atu. Gosti midhaanii adda addaa fi biqiltuun bosona keessatti...

OBN cyber tour filadhaa!

OBN Sagalee Uummataa, uummannis sagalee OBN Liinkii kana tuqaa OBN cyber tour filadhaa https://t.me/visit_oromia1/42 https://www.oromiatourismweek.org/tourism-award/

Barataa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaan 600 keessaa qabxii 9 qofa dhabeen wal baraa.

Magaalaa Roobee Baalee kutaa Magaalaa Goobbaatti dhalate. Daa’immummaasaatti achuma kutaa Magaalaa Goobbaa Mana barumsaa Harawa Finjaatti imala barnootaasaa eegale. Barataa Kaalid Bashir kutaa 8ffaattis qabxii olaanaa...

Bara 2017 oomishtummaan aannanii harka 172’n guddate jedhe, Biiroon Qonnaa Oromiyaa

Naannoo Oromiyaatti Omishtuummaan misooma beeyladaa akka guddatuuf xiyeeffannaa jabaa mootummaa ture. Aannan elmamee qabee akka guutu, jabbileen dhalattee goorannoo keessa akka burraaqaxu ,kormi goobee irbaata...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img