Dhugasa Nigatu

92 POSTS

Exclusive articles:

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara galfachiisuun, diinagdeen kan gahoomsudha jedhan, Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Ittigaafatamaan Damee Siyaasaa obbo Namarraa...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii jiruufi jireenyi ittiin qajeelfamu ijaarrachuun bulaa dhufe. Jaarmiyaalee gurguddoo qormaatni uumamaafi namtolchee ittiin qolatamu keessaa duudhaan...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo jalqabsiisuu keenyan Ummata naannoo keenyaa, keessumaa Ummata naannawichaatiin baga gammaddan jechuun barbaada. Pirojektiin kun...

“Gaaffiin geejjiba qilleensarraa yeroo dheeraaf gaafataa turre, dhagahamuutti gammanneerra.” Abbaa Gadaa Gujii Jaarsoo Dhugoo.

‘OBN Cyber Media’ Amajji 28,2018 Buufanni xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa ijaaramuu jalqabuun gaaffiin keenya yeroo dheeraa deebi'uutti gammanneerra jedhan, jiraattonni Godina Gujii. Abbaan Gadaa Gujii Jaarsoo Dhugoo,...

“Gaaffiin misoomaa Ummataa keenyaa xiyyeeffannaa addaatiin deebii akka argatuuf hojjatamaa jira.” Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 28,2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ijaarsa buufata xiyyaaraa Shaakkisoo Diidoolaa Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisootti ijaaramu eegalchiisan. Buufanni Xiyyaaraa...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img