Dhugasa Nigatu

92 POSTS

Exclusive articles:

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ajandaawwan yaa’ii marii biyyaalessaa Adoolessa 8,2018 irraa eegalee taa’amuuf  dhiyaatan ifoomseera. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa ture har'as gurmaa'ee nageenya biyyaa booresuuf walii galtee piriitooriyaa diiguun ameenyummaa isaa kan mul'isuudha jedhan Barsiisaan Saayinsii Siyaasaafi...

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif haa kennuu jedha Oromoon gaafa mammaaku. Inni kun bilchina dubartootaa jiruufi jireenya guyyuu dhala namaa...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “ Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenya taateetti” jedhuun manifeestoofi mallattoo filannoo isaa beeksise. Paartichi 'Nadoo' Qamadii mallattoo filannoo...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa aadaa, duudhaa, seenaafi afaan mataa isaa qabuufi Sirna Gadaa ofiin hundeessuun ittiin bulaa turedha. Sirna kana...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img