Monthly Archives: July, 2026

Browse our exclusive articles!

Yaa’iin Marii Biyyaalessaa taa’amuu eegale.

OBN Cyber Media’ Adoolessa 08,2018 Yaa’iin Marii Biyyaalessaa hawwiin eegamaa ture Bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) argamanitti Finfinnee Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addisitti taa’amaa jira. Yaa’ichi...

”Itiyoophiyaa mariin waaressuu”

Marii Biyyaalessaa: Boqonnaa Haaraa Itiyoophiyaa! ‎ ‎OBN Cyber Media Adooleessa 08,2018. ‎ Lolanii booji’uun gootummaa kaleessaa ture; wal dhabdee mariin furachuun immoo gootummaa bara kanaati. ‎ ‎Kaleessaa, lammiileen Itiyoophiyaa yeroo...

Taphataa Kubbaa Miilaa dargaggeessa abdii eegeree fi Saffisa akka billaachaa qabu.

Kabbee Buzunee - Taphataa Dargaggeessa abdii eegeree fi Saffisa akka Obonboleettii qabu.Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa  Sulultaa Naannoo Gooroo Diimaatti dhalate.Bara 2013 gara Akaadaamii...

Walitti bu’iinsi hir’ateera.”Abiyyi Ahmad (PhD)

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 30,2018 Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa taa’aa jiruun miseensonni mana maree bakka bu'oota...

“Imaanaa Ummanni filannoon nutti kenne amanamummaafi ittigaafatamummaan ba’achuuf qophiidha.’’ Abiyyi Ahmad(PhD)

'OBN Cyber Media’ Waxabajjii 30,2018 Paartiin Badhaadhinaa teessoo harka 85 qofarratti dorgomuun paartileen morkattootaa harka 15 irratti qofaasaanii akka hirmaatan gochuun Afrikaarratti seenaa ta’ee hin...

Popular

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...

Subscribe

spot_imgspot_img