Monthly Archives: July, 2026

Browse our exclusive articles!

“Garaagarummaa siyaasaa barootaaf hidda gad fageeffatee ture mariifi marabbaan furuuf mootumman xiyyeeffannaan hojjetaa jira.”-Miseensota MMBU

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 30,2018 Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa taa’aa jira. Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataas...

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii Idileesaa taa’aa jira.

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 30,2018 Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) argamanitti...

 “𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐎𝐨𝐦𝐢𝐬𝐡𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚: 𝐅𝐚𝐥𝐚𝐚𝐬𝐚𝐦𝐚 𝐂𝐞’𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐌𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚”- PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 29,2018 Seenaa guddina hawaasaa keessatti, badhaadhinni baay’ina qabeenyaatiin osoo hintaane, dandeettii qabeenya gara humna oomishtummaa qindaa’atti jijjiiruutiin murtaa’eera. Biyyoonni tokko tokko...

Mul’ataa Rakkina keessa Taa’anii Milkaa’ina Arguu!

Dhaweessummaa: Mul’ataa Rakkina keessa Taa’anii Milkaa’ina Arguu! Addunyaa har’aa keessatti namni hundi riqicha nagaa fi tasgabbaa’aa irra deemuu filata. Namoonni muraasni riqicha sana ofiif ijaarratanii bishaan...

Imalli gara Dhaweessummaa akkamiin jalqaba?

Imalli gara Dhaweessummaa akkamiin jalqaba? Dhaweeyyiin (entrepreneurs) warra rakkoo isaan dhiphise yookaan maatii fi firoottan isaanii ceekuu cabseef furmaata barbaadanudha jedhamee ibsamuu danda’u. Isaan kanneen,...

Popular

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...

Subscribe

spot_imgspot_img