Monthly Archives: July, 2026

Browse our exclusive articles!

“Barana argannoowwan Odiitii irratti tarkaanfiin barbaachisaan fudhatameera.” Obbo Tafarii Wandyifraaw

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 13,2018 Galiin Mootummaa akkaataa seeraafi qajeelfama taa’een walitti qabamuu mirkaneeffachuuf barana odiitiin raawwatamaa turuu Manni Hojii Odiitara Muummichaa Oromiyaa Yaa'ii Idilee...

“Caffee cimaan bu’uura ijaarsa Sirna cimaa ta’ee tajaajila.” Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 13,2018 Caffeen Oromiyaa gabaasa raawwii hojii bara 2018 fi karoora bara 2018 Waajjira Caffee Oromiyaa dhiyaachuun irratti mari’atame. Gabaasicha kan dhiyeessan Ittigaafatamaan...

“Tajaajilli Manneen Murtii fooyya’iinsa argamsiiseera.” Obbo Gaazaalii Abbaasimal

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 13, 2018 Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 11ffaa waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufuun taa’aa jira. Pirezidaantiin Mana...

Barri ‘𝗞𝗮𝗿𝗼𝗼𝗿𝗮 𝗫𝗶𝗶𝗾𝗶𝗶’ goolabne, Oromiyaa boqonnaa haaraatti ceesisuuf bu’uura cimaa kan itti keenyedha.” Pirizidaanti Shimallis Abdiisaa

'OBN Cyber Media' Adoolessa 12,2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa ergaa toora miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin, Barri ‘𝗞𝗮𝗿𝗼𝗼𝗿𝗮 𝗫𝗶𝗶𝗾𝗶𝗶’ goolabne, milkaa'inoota seena-qabeessa galmeessuun Oromiyaa boqonnaa haaraatti...

“Dargaggoonni Ogummaa adda addaa gabbifachuun carraa hojii bal’ifachuu qabu.” Obbo Kaffaaloo Tafarraa

'OBN Cyber Media' Adoolessa 12,2018 Qusannaa jabeessuun dhaweessummaa babal'isuun dargaggootaaf carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon hojjetama jedhan, Caffee Oromiyaatti Itti Waamamaan Mootummaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa. Ummanni hojii...

Popular

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...

Subscribe

spot_imgspot_img