Shaampiyoonsi Liigiin Awurooppaa taphoonni torbee 7’ffaa har’aafi boru taphatamu.

Date:

OBN Cyber Media Amajjii 13,2017-Taphoota jahan darban hundaa mo’achuun qabxii 18’n dursaa kan jiru Liivarpuul har’a kilaba Firaansi Liil waliin sa’aatii 5:00 eegaluun Anfiildi Rooditti morkata.

Liivarpuul tapha kana qixa baanaan tapha torbee xumuraa osoo hin eegiin kallattiin darbuusaa ni mirkaneeffata.

Sadarka 2ffaarra kan jiru Baarseloonaan Poorchugaalitti imaluun Benefiikaa waliin taphata.

Boru PSG’n Maanchistar Siitii, Arsenaal Daayinaamoo Zaagireeb, Riyaal Maadriid Red Bul Salizbargi, Feynuurdi Baayer Muunik waliin morkatu.BBC

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...