Home Oduu ‘Ji’oota 8 darban lammiileen miliyoona 3 carraa hojii argataniiru’- Dr.Abiyyi Ahimad.

‘Ji’oota 8 darban lammiileen miliyoona 3 carraa hojii argataniiru’- Dr.Abiyyi Ahimad.

0

Ji’oota 8 darban lammiileen miliyoona 3 carraa hojii argachuu, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad himan.

Kana keessatti dameewwan qonnaa, indaastiriifi tajaajilaa gunmaacha olaanaa qabaachuu ibsan, gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bo’oota Ummatarraa ka’aniif yaada kennaniin. Habtaamuu Mokonniniin

#OBN#carraa-hojii #Ethiopia

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version