Home Oduu “Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qaba” – Obbo...

“Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qaba” – Obbo Awwaluu Abdii

0

‘OBN Cyber Media’ Mudde 23/2017-Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu, Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Awwaluu Abdii himan.

Argannoon to’annoofi hordoffi kenna tajaajilaa kilaastaroota Mootummaa Naannoo Oromiyaa baatiiwwan jahan darbanii bakka Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Awwaluu Abdii argamanitti qoratameera.

Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu Obbo Awwaluun  dhaaman. Waajjira PMNO irraa odeeffanne.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version