Kantiibaa Adaanech Abeebee hojii misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan.

Date:

‘OBN Cyber Media’Fulbaana 3/2017- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee hojii misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru.

Kantiibaa Adaanech Abeebee qajeelfama hojii Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad kennan fudhachuun sadarkaa hojiin misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwachuusaanii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...
‘OBN Cyber Media’Fulbaana 3/2017- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee hojii misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee qajeelfama hojii Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad kennan fudhachuun sadarkaa hojiin misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwachuusaanii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee hojii misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan.