Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa bara haaraa faranjootaa 2025’tti Xiyyaara ammayyaa Airbus A350-1000 sadaffaasaa fudhachuu ibse.
‘OBN Cyber Media’ Mudde 24, 2017-Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa Xiyyaarota mijatoofi hawwatoo hojiirra oolchuun tajaajila maamiltootaaf kennuun Afriikaarraa dursus dorgomtummaa aveeshinii aadunyaa waliin qabus kan cimsu ta’uu ibse. Daandii Xayyaaraa Itiyoophiyaarraa odeeffanne.
