Tadele

73 POSTS

Exclusive articles:

Kaffaltii tajaajila eleektiriikaa akkamiin raawwattu?

Kaffaltiin humna ibsaa ji’aa keessan akkamitti akka tilmaamamuufi dhimmoota maal maaliif akka kaffaltan beektuu laata? Maamilli mana jireenyaa tokko gatii humna ibsaa ji’aa wayita...

Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Somaaliyaa keessatti Al-Shabaab haleele.

Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Somaaliyaatti iddoowwan Al-Shabaab mandheeffate haleeluun himame. Itiyoophiyaan nageenya Somaaliyaa eeguun gareen Al-Shabaab akka Mootummaa giddu galeessaa biyyattii hin diigneef aarsaa guddaa...

Misooma Dirree qaroomina dhalootaa jijjiiramaan asitti raawwataman.

Egeree biyyattii  beekumsaan gaggeessuuf waggoota jahan darban Oromiyaatti misooma barnootaarratti hojii hojjetamaan milkaa’inni abdachiisaan mul’achuu Sadarkaa Hogganaa Ittaanaatti Gorsaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Efireem Tasammaa...

Kaalsiyeem Foosfarasii waan qabuuf dubartii deessuufi nama lafeen cabe wal’aanuuf oola.

Hancooteen nyaata Aadaa Oromoo, irraa caalaan Lixa Oromiyaatti haalaan beekamudha. Nyaanni Aadaa Oromoo haala qilleensaa Baddaafi Badda Dareetti ta’u kunis hiddaafi baalasaatu nyaatama. Hancooteen nyaata...

Hojii Itiyoophiyaan misooma turizimiirratti raawwatteefi milkaa’insaa

yaadamatu waadaan dhufe,  waadaanis gochaan dhugoomee siidaa dhalootaa ta’uurraa darbee adduunyaa ijaafi qalbii hawwate.  Imala aja’ibsiisaa  damee Turizimiin Itiyoophiyaan waggaa shanan har’aa tokkoo jettee...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img