Tadele

73 POSTS

Exclusive articles:

Piriimiyeer Liigii Ingilaandiin taphni torbee xumuraa utuu hafuu, gareen lamaanuu kanneen gara Chaampiyoonshiippiitti bu’an qofa caalanii sadarkaa 16ffaa fi 17’ffaa irra jiru.

Maanchistar Yuunaayitidiifi Tootenhaam Hotispar. Seenaa gadi aanaa barana dorgommii biyya keessaatiin galmeessan kana faalleessuuf waancaa Ardii Awurooppaa injifachuuf Ispeen dhaqaniiru. Magaalaa Bilba’oo Istaadiyeemii Saan-Maames kan...

Dargaggoo miillisaa miidhamaa kalaqa sammuufi oogummaa harkasaan waan ittiin imalu tolfate. Kamaal Abdurrahmaan.

Dargaggoo miidhama qaamaa waliin dhalate Kamaal Abdurrahmaan, namni qaamni isaa miidhame hamma sammuun isaa fayyaa jirutti hojjetee of jijjiiruu ni danda’a jedha. Kamaal  meeshaalee naannoo...

Baankonni biyyoota Alaa Itiyoophiyaatti banamuun carraawwan fidanii dhufan keessaa; ija hayyootaan.

Baankonni Biyya Alaa maal fidanii Itiyoophiyaa dhufu? Dhimma kana ilaalchisuun Hayyoonni maal jedhu? Itiyoophiyaan balbala diinagdee ishee dhaabbilee alaatiif banaa goote keessaa tokko baankonni  biyyoota  alaa...

‘Takka umriin darbinaan imimmaan mitii dhiiga boowuunuu hin deebisu’.Obbo Baaboo Galgoo

Qonnaan bulaa roorroo sirna abbaa Lafaa mormuun iddoo dhalootaa isaarraa baqatee ture, boodarra erga sirnichi kufee maatiitti deebi’uun hojii qonnaan duroome. Gaafa roorroon osoo...

Dargaggoo hawwii ijoollummaasaa ifaajiisaan dhugeefate. Kadir Rashiid

Lafa garaan yaade miilli ganamfata akkuma jedhamu, Konkolaataa oofuu/konkolaachisuun dheebuu ijoolummaa Dargaggoo Kadiir Rashiid ture. Kadiir barmeela boba’aan keessaa dhume nuffiii tokko malee...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img