Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Bineensa Gonkumaa hin Dulloomne quba qabduu ?

OBN Cyber Media Mudde 25,2017-Akkamitti jechuun keessan hin oolu, akkamii maaliitiree dhiiroo kun seeraa uumati, ilmi nama gaafa umriin isaa dabalaa  deemu dullumoon waan...

‘Ayyaanatti hanqinni dhiyeessii akka hin mudanneef Magaalotaaf oomishaalee gahaan dhihaachaa jira’ – BDO

'Ayyaanatti hanqinni dhiyeessii akka hin mudanneef Magaalotaaf oomishaalee gahaan dhihaachaa jira' - BDO ‘OBN Cyber Media’ Muddee 24,2017- Ayyaana sababeeffachuun Magaalota Oromiyaaf oomishaalee gahaa...

Daa’imman soorata qabiyyee garaa garaa of keessaa qabu soorachuu dhabuun,quucarummaaf saaxila jedhame

‘OBN Cyber Media’ Mudde 24, 2017-Daa’imman soorata qabiyyee garaa garaa of keessaa qabu soorachuu dhabuun,quucarummaaf saaxila jedhan, Pirofeesara Gargaaraafi Ispeeshaalistiin yaala dhibee daa’immanii Dr.Efreem...

Daandiin Xiyyaaraa  Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate

Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa bara haaraa faranjootaa 2025'tti Xiyyaara ammayyaa Airbus A350-1000 sadaffaasaa fudhachuu ibse. ‘OBN Cyber Media’ Mudde 24, 2017-Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa Xiyyaarota mijatoofi hawwatoo...

Harargee Lixaatti Harreen lakkuu dhalte.

‘OBN Cyber Media’ Mudde 24, 2017-Aanaa Gubbaa Qorichaa Ganda Gooroo Leencaatti Harreen lakkuu dhalte. Taateen akkasii kotte duudaarratti baramaa ta’uu baatus carraan beeyladoonni lakkuu dhaluu,...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img