Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Maarkas Raashfoordi gaaffii jijjiirraa isaaf dhihaate dide.

OBN Cyber Media Mudde 25,2017-Taphataan sarara fuulduraa Maanchistar Yuunaayitid Maarkas Raashfoordi kilaboonni Sa’uudi Arabiyaa sadi isa mallatteessisuuf gaaffii dhiheessan hin ta’u jechuun harkatti dide. Taphataan...

Hundeeffama Gamtaa Afriikaafi mul’anni qabatee hojjetaa jiru maali?

Finfinneen yaa’ii dureewwan Gamtaa Afriikaa 38ffaa walakkeessa baatii Guraandhalaatti taa’amu keessummeessuuf ulaawwan misoomaa midhagsuu dabalatee namoota keessummoota simatan qopheessaa jirti. Yaa’iin Gamtaa Afriikaa baranaa kunis...

Foduu Ijaaruu

Cidha Buttaa qaluu gadaa Karrayyuu dhiheenya raawwatamerratti sirnoonni aadaa garaa garaa gageeffamuun gadaan karrayyuus gurra addunyaa ga’eera. Sirnoona jajjaboo tuutni gadaa michillee cidha buttaa qaluu...

Dachee Qabeenya Uumamaan badhaate Godina Shawaa Lixaa Bosona Jibaat

Dachee Qabeenya Uumamaan badhaate Godina Shawaa Lixaa Bosona Jibaat ‘OBN Cyber Media’ Mudde 25,2017-Godinni Shawaa Lixaa qabeenya uumamaafi iddoowwan seena qabeessa hedduun kan badhaatedha....

Mil’uu Gaazexeessaa

Dhaabbanni Gorsaa dhimma barnootaa ‘Aim Ultra’ jedhamu  Hayyama daldalaa dhimma gorsaa irratti fudhate dahoo godhachuun, namoota biyya alaatti nan erga jechuun erga maallaqa fudhatee...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img