Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Qajeelfama Raawwii Sirreeffama Iskeelii Miindaa

Qajeelfama Raawwii Sirreeffama Iskeelii Miindaa Qaala’iinsa Jireenya Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dandamachiisuuf bahe Lak 27/2017 Qajeelfama_Raawwii_Sirreeffama_Iskeelii_Miindaa_Qaala’iinsa_JireenyaDownload

Buna Laagee

‘OBN Cyber Media’ Mudde 23,2017-Bunni Laagee baay’inaafi qulqullinaan akka misoomuuf Yuunivarsiitiin Wallaggaafi Giddu Galli Qorannoo Qonnaa Jimmaa hojjetaa jiru jedhame. Bunni Laagee dhandhama gaarii mukuu...

“Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qaba” – Obbo Awwaluu Abdii

'OBN Cyber Media' Mudde 23/2017-Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu, Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Awwaluu Abdii...

Mana nama hannaan shakkamee tokko keessaa meeshaan yaalaa Maayikirooskooppii argamuu ibsame

Mana nama hannaan shakkamee tokko keessaa meeshaan yaalaa Maayikirooskooppii argamuu,Poolisiin Finfinnee hime ‘OBN Cyber Media’ Mudde 18,2017-Mana nama saamichaan shakkamee keessaa meeshaan yaalaa Maayikirooskooppiiwwan 5...

Ergaa of eeggannoo !

Har’a Mudde 17/2017 irraa eegalee akkaawuntiin Telegiraamaa hedduun liinkii (phishing link)fi liinkiiwwan dabalataa kan biroon odeeffannoowwan saamamaa waan jiraniif fayyadamaa Telegiraamaa (Kan beektanis haata’u...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img