Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

“OBN Istuudiyoo kiraa daqiiqaa 30 irraa ka’ee har’a abbaa Chaanaalii 5 ta’eera” -Gaazexeessaa Fissahaa Balaayineeh

'OBN Cyber Media' Mudde 26, 2017-OBN Chaanaalii 5ffaa 'OBN Cyber Media' bakka hoggantoonni olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Federaalaa, hoggansiifi Gaazexessitoonni OBNfi keessummoonni argamanitti Magaalaa...

“OBN Cyber Media’ Qophiileefi qabiyyeewwan haaraa qopheessuun weebsaayitii mataasaatiin hojii eegaleera”-Gaazexeessaa Efreem Tafarraa

‘OBN Cyber Media'Mudde 26,2017-OBN Chaanaalii 5ffaa 'OBN Cyber Media' bakka hoggantoonni olaanoo mootummaa Naannoo Oromiyaa, federaalaa, hoggansiifi gaazexessitoonni OBNfi keessummoonni argamanitti Magaalaa Bishooftuutti eebbiseera. Chaanaaliin...

Muuda Qaalluu Booranaa

Gadaan Booranaa dameewwan gugurddoo: Warra Bokkuufi Warra Qaalluu jedhamu qaba. Warrii Bokkuu damee abbootii Gadaa kana hawaasan filatamanii baallii fudhatanidha.  Warrii Qaalluu immoo kan filatamuu adoo...

Baayyinni Uummataa bu’aamoo ba’aadha?

‘OBN Cyber Media’ Mudde 25,2017-Dargaggoonni magaalaa Holataatti hojii indaastirii Oomishaafi kalaqaa irratti hirmaatan nutti biyyaaf ba'aa osoo hin taane hojjennee bu'aa biyyaa ta'aa jirra...

Magaalonni Oromiyaa maaliin beekamu, fooliin Oromummaa irraa urgaa’us maal fa’i?

Wiirtuu Magaalaa Adaamaatti Siidaan akeektuu Abbaa Gadaafi Gaaddisni Odaa bocame Oromoos ta’e Magalattii madaaluu qaba jedhan, tajaajilamtoonni bakka adda addaarraa dhaquun biratti suuraa ka’an....

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img