Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

“Cuuphaan ayyaana amantaa, aadaafi sabdanessummaa keenyaati”-MM Dr Abiyyi Ahimad

Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad ayyaana Cuuphaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan. Cuuphaan ayyaana amantaa, aadaafi sabdanessummaa keenyaati. Amantaadhaan iyyasuus kiristoos samii gad bu'ee, laga Yoordaanositti...

Yuunvarsiitiin Salaalee Muummee Barnoota Sirna Gadaafi Beekumsa Xabboo jedhu, Digirii jalqabaan barsiisuufi

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 09,2017-Duudhaan, Safuufi safeeffannaan akkasumas beekumsi fi ogummaan qa’ee Oromootti argamu hundi maddi isaa sirna Gadaati. Sirni Gadaa kaleessa dhiibbaa heddu damdamatee...

Obbo Taaddasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’atan.

'OBN Cyber Media' Amajjii 9,2017- Af-yaa’iin mana maree bakka bu’oota Ummataa, Obbo Taaggasee Caafoo Jilli Af-yaa'ii Mana Maree Iraan Mahaammad Gaaliibaafiin durfamu waliin dhimmoota...

Gimbiin Piriimiyeer Liigii Oromiyaa marsaa 1ffaa olaantummaan xumure.

'OBN Cyber Media' Amajjii 08,2017-Piriimiyeer Liigiin #Oromiyaa yeroo jalqabaaf barana kilaboota 11 hirmaachisuun Istaadiyeemii Wallaggaatti dorgomamaa ture marsaan jalqabaa xumurameera. Haaluma kanaan kilabiin kubbaa miilaa...

Gadaan Booranaa xumura gadoomaaf jila Dhibaayyuu jilataa jira.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 08,2017-Gadaan Booranaa Gadaa itti aantuuf  baallii dabarsuuf jila jilatamu keessaa tokko jila dhibaayyuuti. Jila dhibaayyuu erga  jila dhawaa jilatanii guyoota...

Breaking

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa...
spot_imgspot_img