Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Labsiin qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuuf

OBN Cyber Media Amajjii 12,2017-Labsii qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuufi gaafatama seeraa hordofsiisu yakkoota diinagdee baay’achaa dhufe ittisuufi diinagdee sirnaan hoogganamu qabaachuuf gahee olaanaa...

Dhiibbaa jijjirama qilleensaa hiri’isuuf hojjetamaa jira.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 12,2017-Dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir'isuuf raaga haala qilleensaa ammayyeesuufi odeeffannoo qaqqabamaa kennuuf hojjetamaa jiraachuu, Daarektarri Olaanaa Inistitiyuutii Meetiroloojii Itoophiyaa Obbo...

Ministeerri Daldalaafi Walitti hidhamiinsa Naannawaa Daldala Al-ergiirraa Doolaara biil. 3.28 argadhe jedhe

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 12,2017-Ministeerri Daldalaafi Walitti hidhamiinsa Naannawaa raawwii hojii ji'oota jahaa qorate. Ministeerichi ji'oota ja'a keessatti Daldala Al-ergiirraa Doolaara Ameerikaa biiliyoona 3.28 argate. Wiirtuun...

Ambaasaaddar Reediwaan Huseen dhaamsa Ministira Muummmee Dr. Abiyyi Ahmedirraa ergame Pirezidaantota biyyoota Keeniyaafi Yugaandaan ga’an

'OBN Cyber Media' Amajjii 11,2017-Daarektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyaaleessaa Ambaassadar Reedwaan Huseen ergaa Ministira Muummmee Dr. Abiyyirraa ergame Pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoofi Pirezidaantii...

“Gondoritti milkaa’inoota argaman itti fufsiisuuf nageenya waaressuu barbaachisa” Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 11,2017-Magaalaa Gondoritti milkaa’inoota argaman itti fufsiisuuf nageenya waaressuu barbaachisa jedhan,Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee. Ayyaanni Cuuphaa Magaalaa Gondoritti Pirezidaanti Taayyee dabalatee bakka hoggantoonni...

Breaking

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa...
spot_imgspot_img