Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Dhiyeessiifi tajaajila fayyaa fooyyessuun…

'OBN Cyber Media' Amajjii 20,2017Dhiyeessiifi tajaajila fayyaa fooyyessuun,Lammii fayyummaan isaa eegameefi misooma keessatti qooda fudhatu horachuu keessatti qooda olaanaa qaba. -Mootummaan Naannoo Oromiyaa waggoottan shanan...

Saamicha maallaqaarraa of eegaa!!

Appilikeeshiniin eeyyama maammiltootaa malee maallaqa hir’isu miidiyaa hawaasaarratti qoodamaa jiraachuu, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa beeksise. Maamiltoonni Aappii “Pharma+/CBE Vacancy” WhatsAppfi Telegram bilbilasaaniirratti akka hin fe'annes...

Dhaabbanni Itiyoo-Injinariingi konkolaattoota elektirikaa oomishuuf karoorfachuu beeksise.

OBN Cyber Media Amajjii 20,2017-Dhaabbatni Itiyoo-Injinariingi Giruuppi bara dhufuu eegalee konkolaattoota elektirikaa Itiyoophiyaa keessatti oomishuuf karoorfachuu Hojii raawwachiisaa olaanaan dhaabbatichaa Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoon himaniiru. Dhaabbatichi...

Misooma qarqara daandii

Magaalota wiirtuu ijoo ta'an hedduu misoomsuun carraa hojii ni uuma. Misooma madaalawwaa ni taasisa. Dhiphina ni hir'isa. Dandeettii magaalotaa ni cimsa. Giddugaloota adda addaa...

Haadha dhabuu mannaa, haadha dhabduu wayya

OBN Cyber Media Amajjii 16,2017-Haati dhalasheetiif waan hin taane hin qabdu. Jaalalli isheen ilmaan isheef qabdus adda. Oromoonis, waa'ee haadhaa mammaaksaan yoo ibsu, ''Haadha...

Breaking

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa...
spot_imgspot_img