Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ta’uun…

Itiyoophiyaan miseensa 'BRICS'ta'uun egereen diinagdeeshee amansiisaa ta'uusaaf jedhan,Aljeeriyaatti Ambaasaddarri Itiyoophiyaa Muktaar Muhaammad. ‘OBN Cyber Media’ Amajjii 23,2017-Duudhaafi safuu dippiloomaasii baroota dheeraatti Itiyoophiyaan kuufatte irratti...

Kattaa muduugaarraa ka’ee addunyaa waliin gahe bunni Arabikaa

OBN Cyber Media Amajjii 21,2017-Dachee bunaan dhagi’amte bakka argama bunaa Koffii Arabikaati Hawaasa aadaa, duudhaa,safuufi seenaa hedduu qabu hawaasni Jimmaa. Kattaatu muudugaa Mudugatu muuda muudatu...

Indaastirii Godoo irraa hanga Paarkiiwwan Indaastirii gurguddootti

Babal'inni Indaastirii Ijaarsa Dinagdee cimaaf!! OBN Cyber Media Amajjii 21,2017-Guddina biyya tokkoo saffisiisuun dinagdee cimaafi hin raafamne ijaaruuf babal’achuun indaastirii gahee olaanaa qaba. Biyyoonni diinagdee cimaa...

Jijjiiramaan booda maqaan gaarii Itiyoophiyaa addunyaa irratti mu’ataa dhufeera.

Itiyoophiyaatti jijjiramaan booda bu'aalee misoomaa galmaa'een maqaan gaarii Itiyoophiyaa addunyaa irratti caalaan mul'ateera. OBN Cyber Media Amjjii 21,2017-Itiyoophiyaatti jijjiramaan booda bu'aalee misoomaa galmaa'een waltajjii dippilomaasii...

Biyya argama bunaa,dachee mootii warra Shanan Gibee,kennaa qabeenya uumamaan kan badhaate Godinni Jimmaa.

Biyya argama bunaa,dachee mootii warra Shanan Gibee,kennaa qabeenya uumamaan kan badhaate Godinni Jimmaa. Magaalaa Finfinneerra kiiloomeetira 352.7 fagaattee argamti. Magaalota Itiyoophiyaa qaroominaan seenaa bara dheeraa qaban...

Breaking

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa...
spot_imgspot_img