Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa ji’oota jahan darban galii Birrii biiliyoona 94 walitti qabuu beeksise.

Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa ji’oota jahan darban galii Birrii biiliyoona 100fi biiliyoona 4 walitti qabuuf karoorfatee biiliyoona 94 walitti qabuu beeksise. ‘OBN Cyber Media’ Amajjii 16,2017-...

Riyaal Maadriid,  waggaatti galii Yuuroo biiliyoona 1 ol argamsiisuun kilabii jalqabaa tahe.

OBN Cyber Media Amajjii 16,2017-Akka gabaasni waggaa ‘Deloitte’ mul’isutti, kilabni Ispeen bara dorgommii 2023fi24’tti galii Yuuroo biiliyoona 1.045 argateera. Kunis Shaampiyoonsi Liigiifi Laaligaa kan injifate...

Tiraampi baqattoonni kamuu gara Ameerikaa akka hin seenne ajajan.

Buchiinsi Pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa Doonaaldi Tiraampiin hoogganamu, baqattoonni kamuu gara Ameerikaa akka hin seenne dhorkii kaa'e. Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa baqattoonni kamuu gara Ameerikaa akka...

Qabeenya uumamaa eeguu, Kunuunsuufi sirnaan itti fayyadamuun dirqama dhaloota har’aati!”

OBN Cyber Media Amajjii 15,2017-Dhala namaaf qabeenya uumamaa kunuunsuun itti fayyadamuun dhimma filannoo osoo hin taane dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti. Yeroo ammaa jijjiiramni qilleensaa yaaddoo...

Har’a hojiiwwan ijoo bu’uura sirna daldalaa ammayyaa ta’an ifoomsinee jirra. Dr.Kaasuun Gofee.

'OBN Cyber Media' Amajjii 15,2017-Ministirri Daldalaafi walitti hidhamiinsa naannawaa Dr. Kaasuun Gofee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaanii dabarsaniin sirna gabaa onlaayinii jalqabsiifne sirna gabaa...

Breaking

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa...
spot_imgspot_img