Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Oromiyaatti uwwisni bosona Oromiyaa harka 29’tti olitti guddachuun ibsame

'Hojii kunuunsa qabeenya Uumamaa baroota darban hojjetameen  uwwisni bosona Oromiyaa harka 29'tti ol guddateera'-Biiroo Qonnaa 'Hojii kunuunsa qabeenya Uumamaa baroota darban hojjetameen  uwwisni bosona Oromiyaa...

”Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee kutannoon hojjetaa jiraachuun ibsame

''Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee waliigalaa harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee hojjetaa jirti'' Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee waliigalaa harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee...

Namichi mana jireenyaa namaa dallaarraan utaalee seenuun konkolaataarraa Ispookiyoo  hate mana hidhaa bu’e.

OBN Cyber Media Bitootessa 11,2017-Finfinneetti namichi mana jireenyaa namaa dallaarraan utaalee seenuun konkolaataarraa Ispookiyoo  hate mana hidhaa bu’e. Himatamaan Habtaamuu Kabbadaa jedhamu hiriyyaasaa waliin ta’uun...

Utuun baqadhuu rasaasni karaa duubaa yoo na rukkute foonkoo allaattiin haa nyaattu”-Gabayyoo Gurmuu

'OBN Cyber Media' Guraandhala 22,2017-Gootichi Adwaa Fiitawuraarii Gabayyoo Gaboo Gurmuu eenyu? Waraanni Adwaa ALI bara 1888 Itiyoophiyaafi Itilii gidduuttti raawwatame. Wayita sanatti Mootiin Minilik diina...

Gadaan Booranaa “Seerri Muummee Seera Sareeti” maaliif jedha?

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 19,2017-Booranni, Abbaan Gadaa Namaa waaqaa, waaqaa namaa jechuun, uumaa gaditti aangoon kan Abbaa Gadaa ta’uutti waliigala. Akka sirna Gadaa Booranaatti qaamni...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img